- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

476 POSTS
0 COMMENTS

       Misooma Jallisii Gama Hundaan Diinagdee Dadammaqsaa Jiru

Oomishaafi oomishitummaa qonnaa guddisuuf  xiyyeeffannoon kennamee hojjetamaa jiru keessaa tokko hojii misooma jallisiiti. Ooyiruuwwan kanaan dura misooma jallisiif tajaajila kennaa hin turrellee, yeroo ammaa...

Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaan waggaa waggaan kan gaggeeffamu shaampiyoonaan Liigii Olaanaa Itoophiyaa xumuramuuf taphawwan afur qofatu hafa. Shaampiyoonichi adeemsifamaa kan jiru ramaddii lamaan yoo...

Sawudiifi Kaataar Iddoo Marii Nagaaf Akka Filataman Maaltu Taasise?

Biyyi xiqqoon ollaa Sawudii Arabiyaa, Kaataar waggoottan 20 moota darbaniif addunyaarratti biyya mariin nagaa keessatti gaggeeffamuun  beekamtudha. Biyyattiin Israa'eliifi Hamaas gidduutti waliigalteen dhukaasa dhaabuu...

Dhukkuba Onnee

Dhukkubni onnee dhukkuboota akka  addunyaatti lubbuu namaa galaafatan keessaa tokkodha. Keessumaa biyyoota guddatan keesssatti rakkoonsaa cimee mul’ata. Kunis biyyoota guddatan keessatti dukkuboonni daddarboon waan...

Surraa Iddoosaatiin Afoolli wantoota hedduu of keessatti qabachuun kan beeka mu, dhimma jiruuf jireenya dhala namaa waliin haalaan walitti dhihoo tahedha. Yeroo durii jaarraa...

Garaagarummaa Yaadaa Mariin Furuu

Rakkoo nageenyaa naannoolee garaagaraatti muudate, miidhaa namoomaa guddaa dhaqqabsiseera, dhaqqabsiisaa jiras.  Qabeenyi biyyattii hedduus akka barbadaa'uu sababa ta'eera. Keessattuu, rakkoolee nageenya naannoolee Amaaraafi Oromiyaatti...

    Misooma Fuullee Magaalotaa Jijjiiraa Jiru

Biyyi tokko nageenyaafi fayyummaa hundagaleessa lammiilee ishee mirkaneessuuf yeroodhaa yerootti hojmaata garaagaraa hojii irra oolchitu ni qabdi. Kanneen keessaa hojiin misooma koriidarii isa ijoodha....

Mariin biyyaalessaa ce’umsa siyaasaafi nageenya itti fufiinsa qabu fiduuf,  wal waraansa aangoo qabachuuf taasifamu dhaabsisuufi sarbama mirga namoomaa karaa itti fufiinsa ta’een dhaabsisuuf mala...

Adeemsi Seera Kabachiisuu Malaanmaltummaarrattis Ta’uu Qaba

Biyyi malaanmaltummaan itti baballate guddachuu hin dandeessu. Malaanmaltummaan guddina diinagdee, siyaasaafi hawaasummmaa biyya tokko kan duubatti hambisuudha. Addunyaa kanarratti namootni yookiin dhaabbileen daldala dolaara...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo