- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

476 POSTS
0 COMMENTS

Naannoo Amaaraatti Nageenya Waaraa Fiduuf Keessoo Dhaabbilee Callisaa Cimsuuf Hojjetamaa Akka Jiru Biiroon Nageeenyaafi Callisaa Naannichaa Beeksise

Naannoo Amaaraatti nageenya amansisaafi itti fufinsa qabu fiduuf humna raawwachuu dhaabbiilee callisaa keessoo cimsuun barbaachisaa ta'u ibsameera. Biiroon nageenyaafi callisaa naannoo Amaaraa haala nageenya...

Hammattummaa Manni Maree Naannoo Amaaraa Naannolee Biroonis Hojiirra Ooluu Qaba

Itoophiyaan biyyaa afdaneettiifi sabdaneettii taatedha. Naannoleen hundi uummata sabdaneessa ta’e of keessaa qabu. Itoophiyaan caaseffama mootummaafi siyaasa hordoftus biyya sabdaneessummaa qabaniif kan oolu sirna...

Tumsi Dhiyeessi Galtee Omishtummaa Dabalaniifi Farreen Midhaanii To’ataniif Taasifame

Qonni ooyiruu sanyiif qopheessuurraa hanga oomisha calleessuutti adeemsa keessa darbudha. Gosoonni midhaan garaagaraa waqtii gannaa faca'an kunuunsaafi hordoffii addaa barbaadu. Kun hojiirraa oolaan ooyiruu...

 Garee Biyyaalessichaa Maaltu Danqe Laata?

Gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa Itoophiyaa taphoota gulaallii Waancaa Afrikaa bara 2025 ramaddii isaa keessaa sadarkaa dhumaa qabachuun goolabeera. Garichi taphoota afur gitootasaa Taanzaaniyaa, Ripaabilika...

Barattootni Kuma 160  Ol Barnoota Isaanii Hordofaa Jiraachuu Qajeelchi Barnootaa Bulchiinsa Sablammii Oromoo Ibse

Barnootni guddina biyya tokkoof gumaacha olaanaa qaba. Ijaarsi biyya tokko galma gahuu kan danda'u,  bu'uura  hojiilee hundaa  kan ta'e barnoota irratti ciminaan yoo hojjetamuu...

Dhukkuba Busaa Naannichatti dabalaa dhufe Qolachuuf hunduu Tumsuu akka Qabu Waamichi Dihaate

Karoora Dhukkuba busaa dhabamsiisuuf karoorfame hojiirra oolchuuf Biiroon Fayyaa Naannoo Amaaraafi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa naannoo Amaaraa qooda fudhattoota biroo waliin ta’uun ittisa dhibee busaarratti...

Hammaachisummaan Manni Maree Naannoo Amaaraan Fakeenyummaa Naannoolee Biroof Qabu

Sirni federaalizimii, mootummootni naannoolee walitti dhufanii sirna isaan ijaaratani yoo ta'u, aadaa,  afaaniifi eenyummaadhaaf beekamti kan kennu, kan jajjabeessuufi kan guddisuudha.  Ka'umsi  caasaa sirna...

Chaayinaan Gandoota Afrikaa Kuma 10  Itti Fayyadamoo  TV Dijitaalaa Taasifte

Chaaynaan gandoota Afrikaa fagoo ta'an itti fayyadamoo TV dijitaalaa Taasifteetti. Hoggantoonni Afrikaa biyyoota garaagaraa wal ga'ii Chaayinaafi Afrikaa gidduutti  tibbana magaalaa guddoo biyyattii Beejiingitti...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo