Facebook
Instagram
VKontakte
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
Search
Pulses PRO
Waa’ee Keenya
Facebook
Telegram
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
- Advertisement -
AUTHOR NAME
ahmed
476 POSTS
0 COMMENTS
AADAAFI OGUMMAA
Birraa Fi Abdii Isaa
ahmed
-
October 25, 2024
"Hoo yaa birraa birraan bari'e Farda binna yaa ijoollee" dargaggootatu walaloo sirbaatiin kana jedha; yommuu birraan bari'u lafti qooreefi magariisa uffatee, lalisee tole waan...
HAWAASUMMAA
Itoophiyaan Dhukkubni Maaree Jaldeessaa Gara Isheetti Akka Hin Seenne Hojjechaa Jirti
ahmed
-
October 25, 2024
Dhaabbata Fayyaa Addunyaan balaa fayyaa hamaa ta'ee kan labsame, dhukkubni Maaree Jaldeessaa (monkeypox) dhukkuba daddarbaa vaayirasii gosa ‘Orthopox’ jedhamu irraa kan dhufudha. Vaayirasiin dhibichaa...
ODUU
Biiroon Hojiifi Leenjii Naannoo Amaaraa kurmaana 1ffaatti Lammiilee Kuma 64 Oliif Carraa Hojii Uumuu Beeksise
ahmed
-
October 25, 2024
Naannoo Amaaraatti bara baajataa 2017 kurmaana tokkoffaatti karoora qabame keessaa lammiilee kuma 64 fi 688 carraan hojii dhaabbataafi yeroo uumamu biiroo hojiifi leenji naannoo...
Ispoortii
Piriimiyerliigii Ingiliz Bara 2024/25
ahmed
-
August 22, 2024
Piriimiyer liigii Ingiliz kan bara dorgommii 2024/25 jalqabeera. Dorgommichi ji'oota sagaliif tura. Piriimiyer liigicharratti gareewwan 20 gidduutti taphni 380'tu taphatama. Tapha kana waggaa waggaan...
ADDUNYAARRAA
Dhukkuba Maariyyee Jaldeessaa: Addunyaa Yaaddessaa Jiru
ahmed
-
August 22, 2024
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa dhukkubni maariyyee jaldeessaa kutaalee Afrikaa hedduu keessa faca'e fayyaa addunyaaf yaaddoo ta'uu labseera. Dhukkubni "Maariyyee Jaldeessaa" (monkey pox) jedhamuun beekamu akka...
HAWAASUMMAA
Malkaa Jiillee: Sirna Shira Dabaa Saaxiluun Hariiroo Obbolummaa Ittifufsiise
ahmed
-
August 22, 2024
Aanolee Bulchiinsa sablammii Oromoo keessaa aanaan Jiillee Dhummuugaa tokkodha. Gandoonni aanichaa sagalii ol aanolee godina Shawaa Kaabaan wal daangessanii argamu. Hawaasni naannoo sana jiraatu...
HAQAA FI BULCHIINSAATIIN
Gaaffilee Uummanni Naannoo Amaaraa Kaasu; Saboonni Biroo Akkamitti Ilaalu Qabu?
ahmed
-
August 22, 2024
Walitti bu'insa naannoo Amaaraatti mudate, naannichi rakkoo hamaaf akka saaxilamu taasiseera. Miidhaa cimaa namoomaafi qabeenyaa irratti dhaqqabsiseera. Keessattu lubbuu dhala namaa bakka bu'uummaa hin...
AADAAFI OGUMMAA
Safuu: Barmaata Dagaaguu Qabu
ahmed
-
August 22, 2024
Yeroo durii hawaasa gidduutti haala addaatiin beekamuu irra darbuun jiruuf jireenya namootaa guyyuun taasifamu keessatti shoora olaanaa taphachaa turee jira, wal dhabdeen yaadaa namoota...
MISOOMA
Qonna Tuteeffamaa
ahmed
-
August 22, 2024
Sadarkaa biyyaatti qonni tuteeffamaa baratamaa dhufeera. Tuteeffamaan oomishuun guddina misooma qonnaatiif barbaachisaafi filatamaadha. Qonni tuteeffamaa adeemsa qonnaa ta'ee, qonnaan bultoota naannoo teessuma lafaa murtaa’e...
Ijoo Dubbii
Qabsoon marii filatamuu qaba
ahmed
-
August 21, 2024
Sirnootni mootummaa yeroo yeroodhaan jijjiiraman gaaffiilee bu'uuraa uummatni naannoo Amaaraa kaasaa ture deebii akka hin arganne taasiseera. Kun immoo walitti bu'insaaf sababa ta'uun isaa...
1
...
44
45
46
...
48
Page 45 of 48
Latest news
Biyyootni Garee Torbaa (G-7) Fi Gamtaan Awurooppaa Sudaan, Walwaraansi Akka Dhaabatu Magaalaa El-Obeeditti Dhorkaa Meeshaa Waraanaa Labsan
July 22, 2026
Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa 23ffaa Taate
July 22, 2026
Dhiyeessii Galchoo Buufata Fayyaa Magaala Kamisee
July 22, 2026
Gahee Jaarsoo Biyyaafi Abbootiin Amantaa Ijaarsa Nageenyaaf Qaban
July 22, 2026
Aadaan Marii Itoophiyaanotaa, Marii Biyyaalessaa Milkeessuuf Ga’ee Qabu
July 22, 2026
- Advertisement -
AMECO Hirkoo
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee