Facebook
Instagram
VKontakte
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
Search
Pulses PRO
Waa’ee Keenya
Facebook
Telegram
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
- Advertisement -
AUTHOR NAME
ahmed
531 POSTS
0 COMMENTS
BALBALLOOMII ODUU
Hayyuleen Faayidaa Biyyaalessaa Kabachisuuf Gahee Olaana Qabu
ahmed
-
January 10, 2025
Hayyuleen guddinaafi ijaarsa biyyaa keessatti gahee bakka bu'uummaa hin qabne taphatu. Qo'annoofi qorannoo, rakkoo hiikuu danda'an hojjechuuniifi dhaloota qaruun hayyootni gaheen isaan qaban guddaadha. ...
HAQAA FI BULCHIINSAATIIN
Malaanmaltummaan Gufuu Guddina Biyyaa Ta’uu Itti Fufeera
ahmed
-
January 10, 2025
Malaammaltummaan irra caalmaan yakka aangoo dahoo gochuun, imaanaa uummataa dagachuu, safuufi duudhaa uummataas cabsuun faayidaa ittiin hin dadhabiniifi qaxxaamuraan duromuuf gocha raawwatamudha. Malaanmaltummaan faayidaa...
MISOOMA
Misooma Qamadii: Shoora Dinagdee Itoophiyaa Olkaasuurratti Qabu
ahmed
-
January 9, 2025
Itoophiyaan qabeenya uumamaan badhaatuu ta'uusheen walqabatee ogeessota og-aartiifi barreessitoota baay'een baroota dheeraaf leellifamaa turtetti. Qabeenya kana mara osoo qabduu maloota qonna aadawaa keessaa guutummaa...
MAXXANSAWWAN DURAANII
Maxxansa Gaazexaa Hirkoo: Muddee 30/2017
ahmed
-
January 9, 2025
Download
AADAAFI OGUMMAA
Tapha Qillee
ahmed
-
January 9, 2025
Ayyaanni yaadannoo Dhaloota IyyasuusKiristoos, ayyaanota waggaa waggaadhaan kabajamaniifi ibsama aadaa garagaraa qaban keessaa isa tokkodha. Ayyaanni kun hordoftoota amantii Kiristaanaa biratti sirnoota adda addaatiiniifi...
ADDUNYAARRAA
Oomisha Yuraaniyeemii Yaaddoo Uume
ahmed
-
December 25, 2024
Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanitti hogganaan qaama dhimma niwukilaaraa hordofu Iraan yuraaniyeemii fooyya'aa tahe oomishuuf murteesssuun ''akkaan yaaddessaadha,'' jedhaniiru. Raafaa'el Giroosiin Ejansii Aannisaa Atoomikii Addunyaatti hogganaa...
Ispoortii
Luukmaan: Taphataa Urjii Afrikaa
ahmed
-
December 25, 2024
Maatii lammii Naajeeriyaa irraa Landan Kibbaatti kan dhalate Ademoolaa Luukmaan ijoollummaasaa irraa kaasee kubbaa miilaaf jaalala guddaa qaba. Taphataan kun kaalsiiwwan isaa maruun mana...
HAWAASUMMAA
Dhukkuba Kaansarii Harmaa
ahmed
-
December 25, 2024
Kaansariin harmaa gosoota Kaansarii keessaa isa tokkodha. Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa bara 2020 tti dubartoonni miiliyoona 2.3 ta’an kaansarichaan qabamuu kaa'eera. Kanneen keessaa dubartoonni kuma...
HAQAA FI BULCHIINSAATIIN
Mirgi Lammiilee Bilisaan Socho’u Kabajamuu Qaba
ahmed
-
December 25, 2024
Guddinaafi misooma biyya tokkootiif nageenyi waan hunda caalaa gatii qaba. Nageenyi bu’uura waan hundaati. Abdiifi mul’anni kamuu nageenya malee gonkuma milkaa’uu hindanda’u. Namni fedhii...
AADAAFI OGUMMAA
Haadha Siinqee
ahmed
-
December 25, 2024
Siinqeen Sirna Gadaa keessatti adeemsa aadaa mirga dubartoota ittiin tiksuuf mala hunda’edha. Mallattoon Seerri Siinqee kun ittiin beekamu immoo ulee qal’oofi sorooroo muka harooressaa...
1
...
46
47
48
...
54
Page 47 of 54
Latest news
Ameerikaan Waraana Afrikaa Keessaa Dhaabsisuuf Gamtaa Afrikaafi Gamtaa Mootummootaa malaqaan gargaaruu kan cimsitu ta’uu beeksifte
October 10, 2026
Kaabinoota mootummaa haaraatti imaanaa guddaan kennamee jira
October 10, 2026
“Maraan martoo siyaasa afaan qawweetti xumura gochuun barbaachisaadha” Pirezedaantii FDRI Taayyee Atsiqesillaasee
October 10, 2026
Liyoonel Meesiin kabaja maluuf argachuun gaggeeffame
October 10, 2026
October 10, 2026
- Advertisement -
AMECO Hirkoo
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee