AADAAFI OGUMMAA

Simannaa Bara Haaraa, Calaqqee Aadaafi Tokkummaa Uummataan

Biyyi keenya Itoophiyaan, biyya uummanni ishee ayyaanota amantaa, ayyaanota jijjiirama baraafi ayyaanota aadaa garaagaraa itti kabajanidha. Ayyaanotni kunneen seenaa, aadaa, duudhaafi amantaa hawaasaa calaqqisiisuun...

Ashandiyyeefi Shamarran

Uummanni Itiyoophiyaa uummata duudhaa, aadaafi Seenaa baroota hedduu qabaachuun beekamudha. Aadaaleefi duudhaaleen kunneenis haala garagaraatiin kabajamu. Keessumaa immoo ji'a Hagayyaa keessa Ayyaanni Shadey/Ashandiyyee shamarraniin...

Duudhaa Hawaasaan Olaantummaa Seeraa Kabajuu

Olaantummaan seeraa bu'uura mootummaa cimaa, nageenya waaraafi misooma biyyaati. Seenaan akka mul'isutti, heerri mootummaa barreeffamaan osoo hin diriiriin durayyuu uummanni Itiyoophiyaa aadaa, duudhaa, safuufi...

Qayyaafi Faayidaa Isaa

  Miidhagina yeroo jedhamu, ulaagaalee hedduu qabaachuu kan maludha. Tarii Uumaan ganamumaan simbo-qabeettii /qabeessa/ taasisuun kan uumuufi inni biraan ammoo erga of baranii guddatanii booda...

Gahee Afoolli Hariiroo Hawaasaa Cimsuuf Qabu

Bara sirni barreeffamaa hin jirre, hawaasni jiruufi jireenya isaa keessatti itti dhimmi bahaa kan turedha; har’as hawaasa keessatti itti gargaaramuu irratti kan argamu yoo...

  Haal-duree Gaa’ilaa Hawaasa Bulchiinsa Sablammii Oromoo

Baayina namootaa har’a dachee kana irra jiraachaa jiraniifi, gara dachee kanaatti dhufuuf qophii irra jiraniif sababa isa hangafaati. Ilma namaatiifis jiruuf jireenya inni lafa...

Bakka Dhibeewwan Hedduuf Dawaa Ta’e: Bishaan Ho’aa Borkannaa

Dachee Seenaati Yeroo Jedhamu waa malee miti. Miidhaga lafaafi nama ishee, tokkummaafi jaalalli bakka itti mul'atu, dirree hawwata Tuurizimii hedduu qabduu, iddooleen seena qabeeyyii...

            Dhidhiibbaa: Ogummaa Aadaa Guddachuu Qabu

Jiruufi Jireenya ilma namaa keessatti taatewwan adda addaa yeroo gara yerootti nama mudachuu malu. Gaddaafi gammachuu, dhabuuf argachuufi dhimmootni hedduun kana fakkaatan waan oola...

Surraa Iddoosaatiin Afoolli wantoota hedduu of keessatti qabachuun kan beeka mu, dhimma jiruuf jireenya dhala namaa waliin haalaan walitti dhihoo tahedha. Yeroo durii jaarraa...

           Nageenyi Milkaa’ina Turiizimiif Murteessaadha

Turizimiin akkuma sochiilee birootti damee nageenyaafi tasgabbii barbaadudha. Guutuu hiruutti gosoonni turizmii hundinuu kan raawwataman yommuu nageenyi jiruttidha.Turizimiin naannawa itti jiraannu irraa fagaachuudhaan imala...

Sirna Ulfoo: Ruufoo Marabbaa

Jiruuf jireenya hawaasummaa keessatti sirnootni adda addaa yoomessaafi adeemsa mataa isaanii qaban hedduutu jiru. Yeroo baayyee dhimmootni kunneen damee aadaafi duudhaa hawaasaa  jalatti kan...
AMECO Hirkoo