AADAAFI OGUMMAA

Simannaa Bara Haaraa, Calaqqee Aadaafi Tokkummaa Uummataan

Biyyi keenya Itoophiyaan, biyya uummanni ishee ayyaanota amantaa, ayyaanota jijjiirama baraafi ayyaanota aadaa garaagaraa itti kabajanidha. Ayyaanotni kunneen seenaa, aadaa, duudhaafi amantaa hawaasaa calaqqisiisuun...

Ashandiyyeefi Shamarran

Uummanni Itiyoophiyaa uummata duudhaa, aadaafi Seenaa baroota hedduu qabaachuun beekamudha. Aadaaleefi duudhaaleen kunneenis haala garagaraatiin kabajamu. Keessumaa immoo ji'a Hagayyaa keessa Ayyaanni Shadey/Ashandiyyee shamarraniin...

Duudhaa Hawaasaan Olaantummaa Seeraa Kabajuu

Olaantummaan seeraa bu'uura mootummaa cimaa, nageenya waaraafi misooma biyyaati. Seenaan akka mul'isutti, heerri mootummaa barreeffamaan osoo hin diriiriin durayyuu uummanni Itiyoophiyaa aadaa, duudhaa, safuufi...

  Safuu: Barmaata Dagaaguu Qabu

Yeroo durii hawaasa gidduutti haala addaatiin beekamuu irra darbuun jiruuf jireenya namootaa guyyuun taasifamu keessatti shoora olaanaa taphachaa turee jira, wal dhabdeen yaadaa namoota...

   Maalummaa Sirna Barreeffamaa Ajam

Addunyaan keenya har’a keessa jiraannu bifa har’a qabattee jirtu kana uummachuuf taateewwan jaarraa hedduun lakkaawwaman akka itti fudhate wal nama hin gaafachiisu. Kana jechuun...

      Iccitii Faaya Miidhaginaa Shamarran Baatee

Bareedina yemmuu jedhamu karaalee garagaraa hiika itti kennuun ni danda’ama. Isaanis: bareedina qaamaa, dhaabbii namaatti toluun, miiraaf qalbii namaa hawaatu, bareedina amalaa namni tokko...

Meeqoo: Tapha Ijoollee

Afoolli faayidaalee hedduu qaba. Afoola Oromoo keessaa taphni ijoollee isa tokkodha. Taphni ijoollee haala jiruufi jireenya hawaasa tokkoo dhaloota irraa dhalootatti ergaa bifa tapha...

Safuu: Barmaata Dagaaguu Qabu

Yeroo durii hawaasa gidduutti haala addaatiin beekamuu irra darbuun jiruuf jireenya namootaa guyyuun taasifamu keessatti shoora olaanaa taphachaa turee jira, wal dhabdeen yaadaa namoota...

Maalummaa Sirna Barreeffamaa Ajam

Addunyaan keenya har’a keessa jiraannu bifa har’a qa- battee jirtu kana uummachuuf taateewwan jaarraa hedduun lakkaawwaman akka itti fud- hate wal nama hin gaafachi- isu. Kana jechuun battalumaan boca ishee har’aa...
AMECO Hirkoo