MISOOMA

Misooma Koridarii

Barana gaaleen 'misooma koridarii' jedhu guyyuu dhaga'ama. Misoomichi magaalaa guddoo biyyattii Addis Ababaa ka'umsa taasifateera. Hojiin jalqabbiin isaa miidhagaa ta’e kun gara kutaalee biyyattiitti...

Miidhaa Misooma Qonnaa Naannoo Amaaraarratti Gahaa Jiru Hambisuuf Kanneen Biroo Haala Kamiin Gargaaruu Qabu

Itoophiyaan haala qilleensaa mijataafi qabeenya bishaaniin badhaatuudha. Biyyattiin biyyee gabbataa midhaanota gosa hundaa misoomsuu danda'uufi dachee horsiisa beeyladotaaf mijatus ni qabdi. Qonni ammoo biyyattiif...

Tumsi Dhiyeessi Galtee Omishtummaa Dabalaniifi Farreen Midhaanii To’ataniif Taasifame

Qonni ooyiruu sanyiif qopheessuurraa hanga oomisha calleessuutti adeemsa keessa darbudha. Gosoonni midhaan garaagaraa waqtii gannaa faca'an kunuunsaafi hordoffii addaa barbaadu. Kun hojiirraa oolaan ooyiruu...

Qonna Tuteeffamaa

Sadarkaa biyyaatti qonni tuteeffamaa baratamaa dhufeera. Tuteeffamaan oomishuun guddina misooma qonnaatiif barbaachisaafi filatamaadha. Qonni tuteeffamaa adeemsa qonnaa ta'ee, qonnaan bultoota naannoo teessuma lafaa murtaa’e...

Tumsa Uwwisa Daandiif Taasifamaa Jiru

Hojiilee misoomaa akka biyyaatti bal'inaan hojjetaman keessaa uwwisni misooma daandii isa tokkodha. Bulchiinsa sablammii Oromootti ijaarsi daandii baadiyyaa yeroo garaagaraatti hojjetamaa ture fooyya'aafi jijjiirama...

   Wabii jireenyaa lubbuu qabeeyyii

Rakkoon jijjiirama qilleensaa addunyaa qoraa jiruufi ka’umsi ijoon isaatis mancaatii bosonaati. Sababa Kanaan gaaga'ama adda addaa kallattii hedduun dhaqqabsiisaa jira. Maddi rakkichaa biyyoota indaastiriin...

Gibirri Walitti Qabamu Maaliif Oola?

Galiin gibiraa guddina dam-daneessaa biyya tokkoof barbaachisaadha. Waa’een gibiraa yoo ka’u, dhimmi misoomaas waan biraa hafu miti. Maddi galii mootummaa inni ijoon gibira lammiilee...

  Hojii Misooma Guddina Biyyaa Saffisiisu

Itoophiyaan waggoota 50 oliif qamadii biyya alarraa galchaa turtetti. Qamadii deggarsaan argattu dabalatee bara baraan qamadii kuntaala miiliyoona 15 biyyoota biroorraa galchaa turuutu himama....

Hawwattummaa Fuullee Magaalaa Kamisee Dabaluuf Sochii Taasifamaa Jiru

Bulchiinsi magaalaa Kamisee wiirtuu bulchiinsa sablammii Oro- moo yoo taatu, akkuma magaalota biroo yeroodhaa yerootti saffisaan babal’achuutti argamti. Magaalattiin jireenya ilma namaaf haala qilleensaa mijaawaa kan qabdu akka taate kan- neen...

Horsiisa Kannisaa Sirnaawaa

Biyyoota hiyyummaan maqaa dhahaman keessaa Itoophiyaan ishee tokkodha. Biyyattii hiyyummaarraa gara badhaadhummaatti ceesisuuf yeroo dhihoon asitti gama moo- tummaan sochiileen misoomaa ab- dachiisoo dameewwan garaagaraan taasifamaa jiran. Kana mirkanees- suuf lafee dugdaa...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo