- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

476 POSTS
0 COMMENTS

        Sirna “Abbaa Hagaa”

Wal-diddaafi walitti bu’iinsi wantoota uumamaan jiraatan keessaa tokkodha. Qaama hawaasaa kamiyyuu keessatti, maatiifi namoota dhuunfaa gidduutti walitti bu’iinsi uumamuu ni danda’a. Kanaafuu, hawaasni maloota...

Naayijeeriyaan Dhiheessa Boba’aa Dabaluuf Qophii Ta’uu Ishee Beeksifte

Naayijeeriyaan Deggarsa Dhiheessa Boba'aa Taasisuuf Qophii Ta'uu Ministeerri  Odeeffannoo Biyyattii Beeksiseera. Mootummaan Federaalaa Naayijeeriyaa naannawa Galoo Galaanaa keessatti muddamni mudatee dhangala’aa anniisaa balaadhaaf saaxiluufi...

Tattaafii Qabxii Barattootaa Fooyyeessuuf Taasifamaa Jiru

Baroota dhihoo asitti qorumsa seensaa yuunivarsitii bifa addaan kennamuu jalqabe hordofee qabxii barattoonni galmeessan akkaan gadaanaa ta'aa dhufuun isaa yaadannoo yeroo dhihooti. Rakkoo kana...

                 Hojii Qaala’iinsa Jireenyaa Tasgabbeessuuf Hojjetamaa Jiru

Yeroo ammaa biyya keenya keessatti qaala’iinsi jireenyaa hawaasicharratti dhiibbaa guddaa geessisaa jira. Gatiin nyaataa, tajaajilaafi meeshaalee bu’uuraa ol-ka’uun jireenya lammiilee ulfaataa taasiseera. Rakkoon kun...

Aanaa Jallisiin Badhaadhe

Misooma qonnaa waqtii gannaa hojjetamu qofaan karoora damee qonnaan qabame guutumaan milkeessuun ulfaataadha. Kanaafuu, jallisii bonaan waggaatti yeroo sadii oomishuun galma qabame dhugoomsuuf akka...

Fillannoon Waliigalaa Sirna Dimookiraasii Ijaarufi Mootummaa Fudhatamummaa Qabu Hundeessuf Murteessaadha

Yaadrimeen dimookiraasii feedhii uummataa eeguufi mirga ofiin ofbulchuu kan qabudha. Mootummaa uummataan filatame, uummataaf hojjetu ijaaruudha. Kunis, filannoo waliigalaa biyyattiin kan dhugoomudha. Paartileen dandeetti...

Hubannoo Filannoo Waliigalaa Hawaasaa

Filannoon biyyoolessaa sirna dimokraasii keessatti mirga bu’uuraa lammiilee keessaa isa tokkodha. Ummanni paartii isa bulchu filachuuf carraa argachuufi sagalee isaa dhageessisuun mootummaa ummataan ijaaramuuf...

Tajaajila Geejjibaa Hirkattummaa Boba’aarraa Baasuuf Hojjetamaa Jira

Itoophiyaan bu’uuraalee misoomaa  Geejjibaafi Loojistiksii, geejjiba Magaalaafi Teeknooloojii Magariisaa irratti xiyyeeffannoo taasisuun sirni geejjibaa itti fufinsa qabu diriirsuuf hojjechaa jirti. Kana deggaruuf tajaajila konkolaataa...

‎AMECO’n Falmii Paartilee Qopheessuun Filannoo Marsaa 7ffaa Gahee Isaa Bahachaa Jira

Filannoon waliigalaa marsaa 7ffaa diimokiraatawaafi hirmaachisaa akka ta’uuf Amaaraa Miidiyaa Korporeeshin (AMECO) gahee isaa bahachaa jira. Keessattuu falmii paartilee siyaasaa qopheessuun, paartileen imaammataafi karoora...

Tajaajila Geejjibaa Hirkattummaa Boba’aarraa Baasuuf Hojjetamaa Jira

Itoophiyaan bu’uuraalee misoomaa  Geejjibaafi Loojistiksii, geejjiba Magaalaafi Teeknooloojii Magariisaa irratti xiyyeeffannoo taasisuun sirni geejjibaa itti fufinsa qabu diriirsuuf hojjechaa jirti. Kana deggaruuf tajaajila konkolaataa...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo