Facebook
Instagram
VKontakte
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
Search
Pulses PRO
Waa’ee Keenya
Facebook
Telegram
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
- Advertisement -
AUTHOR NAME
ahmed
531 POSTS
0 COMMENTS
HAQAA FI BULCHIINSAATIIN
Marii: Faayidaa Nageenya Waaraa Argamsiisuuf
ahmed
-
June 23, 2026
Itoophiyaan seenaa dheeraa, aadaa garaagaraafi qaamolee yaada siyaasaa adda addaa of keessaa qabduudha. Garaagarummaan kun yeroo hedduu miidhagina ta'ee tajaajilus yeroo tokko tokko walitti...
HAWAASUMMAA
Ittisa Balaa Lolaa
ahmed
-
June 23, 2026
Waqtii gannaan walqabatee balaa lolaa sababa rooba cimaatiin qaqqabuu danda'u dursanii ittisuufi miidhaa hawaasa irra gahu malu hir'isuuf xiyyeeffannoo addaan hojjechuun barbaachisaadha. Bulchiinsa magaalaa...
Ispoortii
I staadiyeemiin Idil Addunyaa Baahir Daar Tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa Keessummeessuuf
ahmed
-
June 23, 2026
Itoophiyaan istaadiyeemii ulaagaa ‘CAF’ guutu dhabuu irraa kan ka'e gareen biyyaalessaa Itoophiyaa tapha biyya keessatti taphachuu qabu biyya alaatti taphachuuf dirqameera. Tapha garee biyyaalessaa...
MISOOMA
Sararaan Facaasuu: Hojmaata Oomishtummaa Guddisu
ahmed
-
June 23, 2026
Qonni utubaa dinagdee ta'uu isaan walqabatee oomishtummaa guddisuuf teeknooloojiifi mala qonnaa ammayyaa fayyadamuun dhimma filannoof hin dhihaanedha. Maloota qonna ammayyaa oomishtummaa dabalan keessaa tokko...
BALBALLOOMII ODUU
Ragaan Taajjabdoonni Alaa Kennan Guddina Filannoo Biyya Keenyaatiif Gahee Olaanaa Qaba
ahmed
-
June 23, 2026
Filannoon waliigalaa marsaa 7ffaan Caamsaa 24 bara 2018 gaggeeffame, hirmaannaa lammiilee, paartilee siyaasaafi qaamolee nageenyaa tumsa taasisanii karaa nagaa, diimokiraasiifi iftoomina qabuun gaggeeffameera. Keessumaa...
ODUU
“Filannoon Waliigalaa Marsaa 7ffaa Hirmaachiisaafi Milkaa’aa Ture” Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa
ahmed
-
June 23, 2026
Filannoon waliigalaa marsaa 7ffaa Caamsaa 24/2018 adeemsifameera. Kana hordofee Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa sagantaa bu'aa sagalee filannoo Waliigalaa 7ffaa Waxabajjii 14/2014 bu'aa filannichaa ifoomseera. ...
ODUU
Ameerikaan Hoggantoota ABUT Duraanii fi Maatii Isaanii Irra Qoqqobbii Viizaa Keesse
ahmed
-
June 23, 2026
Ministeerri Dhimma Alaa Amerikaa ABUT fi miseensota dhaabbatichaa nageenya Itoophiyaa booressan irratti labsii qoqqobbii Viizaa dabarseera. Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa miseensota Adda Bilisa Baasaa...
MAXXANSAWWAN DURAANII
Maxxansa Gaazexaa Hirkoo: Waxabajjii 15/2018
ahmed
-
June 22, 2026
Download
Ijoo Dubbii
Filannoon Waliigalaa Itoophiyaa Cichoomina Uummatni Ijaarsa Sirna Dimookiraasii Kan Itti Agarsiiseedha
ahmed
-
June 7, 2026
Fiilannoo waliigala biyya tokkof sirna dimookiraasifi mootumma fudhatamumaa qabu ijaaruf kan dandeessisu dha.Itoophiyaan dhibbaa nageenya rakkolee keessoofi aalaa keessa taatus filannoo waligalaa taasftetti.Kun cichoomina...
ADDUNYAARRAA
Waraanni Bahaa Giddu Galeessaa Dhi ibbaa Daa’imman Afrikaa Irratti Uume
ahmed
-
June 7, 2026
Sababa waraana Bahaa Giddu Galeessaatiin baasiin olaanaa taasifamaa waan jiruuf Daa'imman Afrikaa Irratti Dhiibbaa Guddaa Uumeera. Waraanni Ameerikaafi Israa'el Iraan irratti taasisan gara guyyoota...
1
...
8
9
10
...
54
Page 9 of 54
Latest news
Ameerikaan Waraana Afrikaa Keessaa Dhaabsisuuf Gamtaa Afrikaafi Gamtaa Mootummootaa malaqaan gargaaruu kan cimsitu ta’uu beeksifte
October 10, 2026
Kaabinoota mootummaa haaraatti imaanaa guddaan kennamee jira
October 10, 2026
“Maraan martoo siyaasa afaan qawweetti xumura gochuun barbaachisaadha” Pirezedaantii FDRI Taayyee Atsiqesillaasee
October 10, 2026
Liyoonel Meesiin kabaja maluuf argachuun gaggeeffame
October 10, 2026
October 10, 2026
- Advertisement -
AMECO Hirkoo
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee