- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

531 POSTS
0 COMMENTS

“Nageenya Keenya Ni Cimsina; Diinummaa Ni Balaaleffanna” Hiriira Uummataa Oflaa, Koram, Zaattaafi Naannolee Ollaa

  ‎Bulchiinsa Sablammii Waag-Himiraatti, buqqaatonniifi uummanni naannolee Woflaa, Koram, Zaattaafi Abargellee keessaa walitti dhufuun, gocha diinummaafi jeequmsa garee Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigraay (ABUT) balaaleffachuuf...

Nageenya Waarreessun Misooma Saffisisuu Keessatti Deeggarsa Biyya Keessaafi Biyya Alaa Barbaada ‎

‎ Naannoon Amaaraa biyyattii keessatti carraa misooma guddaa qaban keessaa isa tokkodha. Naannichi qabeenya uumamaafi nam-toolcheen kan badhadhedha. Akka qorannoon oomiisha naannoleen biyyattiif gumaachan mulisutti...

Badhaasa Addunyaa Guutumaan Guutuutti Dubartootaan Fudhatame

  Dubartoonni jaha badhaasa naannoo addunyaa Goldman bara 2026 injifataniiru. Gareen mo’attoota dubartoota hundaaf ta’an jalqabaa Kolombiyaa, Naayijeeriyaa, Paapuwa Niwu Giinii, Kooriyaa Kibbaa, UK fi...

Wal- Dorgommii Ispoortii Obbolummaa

  Ispoortiin walitti dhufeenyaafi jireenya hawaasaa keessatti gahee guddaa qaba. Namoonni umurii, amantii, aadaafi sadarkaa jireenyaa adda addaa irraa dhufan walitti fiduun, walitti dhufeenyi isaanii...

Talaallii Daa’immaniifi Barbaachisummaa Isaa

       Akka Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa jedhutti talaalliin waggaatti du’a daa'immanii miliyoona lamaa hanga sadii kan hambisudha. Talaallii talaalchisuun dhaloota dhufu dhukkuba daddarboo irraa...

Tattaaffii Uwwisa Ibsaa Fooyyessuuf Taasifamaa Jiru

  ‎Tajaajilli ibsaa bu’uuraalee misoomaa keessaa isa ijoo ta’uun guddina diinagdee, hawaasummaafi waligalaan fooyya’iinsa jireenya hawaasaa keessatti gahee olaanaa qaba. Keessattuu gandoota baadiyyaa keessatti gahumsi...

     Maachu Piichuu Itoophiyaa

              ‎Mandarri Shoonkee Bulchiinsa Sablammii Oromoo aanaa Dawaa Caffaa ganda Jirootatti argama. Mandarri Shoonkee qabeenya seenaafi aadaa waggoota 900...

Hojimaata Xaa’oo Keemikaalaa Bakka Buusuu Danda’u

  Biqiltuun faca’u albuuda barbaachisoo ta’an argatu malee guddatee firii gaarii agarsiisuu hin danda’u. Biyyee gabbataan hin jiru yoo ta’e, oomishtummaan hin jiraatu. Oomishtummaan hin...

Waajjirri Daldalaafi Misooma Gabaa Aanaa Baatee Raabsaa Boba’aa Sirnaan Hogganaa Jira

  Walitti bu’iinsi giddu-gala Bahaatti hammaachaa dhufuun dhiyeessii boba’aa addunyaa irratti gufuu uumeera. Itoophiyaanis dhiibbaa kanaaf saaxilamtuu taateetti. Haalli kun gabaa keessatti rakkoolee adda addaa...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo