- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

531 POSTS
0 COMMENTS

Milkaa’ina Dippiloomaasii Itoophiyaa

Dippiloomaasiin hariiroo mootummaan tokko mootummaa biraafi dhaabbilee idil-addunyaa waliin faayidaa waloo irratti hundaa’uun ijaaruudha. Kaayyoon isaas wal-hubannaa cimsuu, nageenya mirkaneessuu, daldalaafi invastimantii guddisuu, akkasumas...

Ga’ee Afoolli Aadaa Wal Gargaarsaa Keessatti Qabu

Aadaan wal gargaarsaa eenyummaa, tokkummaafi hariiroo hawaasaa afoolaan ibsuufi onnachiisuun dhalootaa dhalootatti daddarbaa dhufeera. Keessumaa hawaasa biyya keenyaa biratti namni rakkoo keessa jiru keessatti...

Hojii Ashaaraa Magariisaa Uwwisa Bosonaa guddisaa Jira

Uwwisni bosonaa Itoophiyaa dhuma jaarraa 19ffaa keessaa dhibbeentaa 30 kan ta’u lafa biyyattii keessaa bosonaan uwwifamee kan ture yoo ta’u, sababa babal’ina qonnaan bosonni...

Meeshaaleen Qonnaa Ammayyaa Oomishtummaa Qonnaa Guddisuuf Ga’ee Qaban

Qonni utubaa diinagdee Itoophiyaa isa ijoodha. Jireenyi lammiilee Itiyoohiyaa harki caalaan qonna irratti hirkata. Haa ta’u malee, yeroo dheeraaf hojiin qonnaa meeshaalee aadaa irratti...

“Hojiileen Koriidarii Baadiyyaa Agarsiiftuu Itoophiyaa Gara Olka’iinsa Nuti Yaadnutti Ceesisudha” Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Misoomni koriidarii baadiyyaa Itoophiyaa keessatti bal’inaan hojiirra oolaa jiru, waggoota muraasa keessatti bifa baadiyyaa jijjiiruu qofa osoo hin taane, haala jireenyaa qonnaan bultootaafi horsiisee...

Aanaan Jiillee Dhummuugaa Aanaalee Bulchinsa Sablammii Oromoo keessatti argaman keessaa tokko taatee uummata Amaaraafi Affaar waliin jiruufi jireenyi isaanii walirratti hirkataadha. Aanaan Jiillee Dhummuugaa gandoota...

Sagaleen Uummataa Yeroo Kamuu Moo’ataafi Kabajamaa Ta’uu Qaba

‎ ‎Sagaleen uummataa filannoo waliigalaa 7ffaa Waxabajjii 14/2018 ifoomee jira. Boordiin filannoo biyyaalessaa paartilee siyaasaafi morkattoota dhunfaa teessoo mana maree bakka bu'ootaafi caffee naannoolee argatan...

Gumaachi Misooma Koriidarii Guddina Turizimiitiif Qabu

Itoophiyaan qabeenya uumamaa, seenaa dheeraa, hambaa aadaafi amantii addunyaan beekaman hedduu qabdi. Yeroo dheeraaf garuu qabeenyi kun sadarkaa barbaadamuun misoomfamee fayyadamaa hin turre. Haala...

Uk’n Itti Fayyadama Miidiyaa Hawaasaa Daa’imman Waggaa 16 Gadii Dhorkite

Mootummaan Yuunaayitid Kiingidam (UK) ijoollee umrii waggaa 16 gadii miidiyaa hawaasaa irraa dhorkiteetti. Dhorkiin kunis qajeelfama nageenya intarneetii biyyattii irratti hundaa'uun kan hojiirra oole...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo